19/10/2026
𝗜𝗷𝗮 𝗗𝗲𝘃𝗲𝗹𝗼𝗽𝗲𝗿 𝗚𝗮𝗺𝗮𝗮𝗴𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗥𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗞𝘂𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻𝗮 𝟭𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮 𝟮𝟬𝟭𝟵 𝗦𝗮𝗱𝗮𝗿𝗸𝗮𝗮 𝗢𝗿𝗼 𝗞𝗼𝗻𝗶𝘀𝘁𝗶𝗿𝗮𝗮𝗸𝘀𝗵𝗶𝗶𝗻 𝗚𝗶𝗿𝘂𝘂𝗽𝗽𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗚𝗮𝗴𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗲.
Birkiilee Oroo Konistiraakshiin Giruuppii (OCG) shanan keessaa tokko kan ta’e, Ija Developer, gamaaggama raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bakka Hojii Raawwachiisaan Ol’aanaa Oro Konistiraakshiin Giruuppii, Injiinar Masaay Daani'eel (PhD), hooggantoonni giruuppichaa, miseensonni manaajimantii fi Hojii Raawwachiisaan Ija Developer, Obbo Tasfaayee Alamaayyoo argamanitti gaggeeffameera.
Gamaaggama kana irratti gabaasni raawwii hojii kurmaana 1ffaa karaa Hojii Raawwachiisaa Ol’aanaa Ija Developer, Obbo Tasfaayee Alamaayyoo kan dhiyaate yommuu ta'u, isa irratti hundaa'uudhaan mariin bal’aa geggeeffameera.
Dhumarrattis, Hojii Raawwachiisaan Ol’aanaa Oro Konistiraakshiin Giruuppii, Injiinar Masaay Daani'eel (PhD) kallattii gara fuulduraa, kurmaanawwan itti aanan keessatti raawwataman kennuun gamaaggamni kun goolabameera.
𝗜𝗷𝗮 𝗗𝗲𝘃𝗲𝗹𝗼𝗽𝗲𝗿 𝗛𝗼𝗹𝗱𝘀 𝗙𝗶𝗿𝘀𝘁 𝗤𝘂𝗮𝗿𝘁𝗲𝗿 𝗣𝗲𝗿𝗳𝗼𝗿𝗺𝗮𝗻𝗰𝗲 𝗥𝗲𝘃𝗶𝗲𝘄 𝗮𝘁 𝗚𝗿𝗼𝘂𝗽 𝗟𝗲𝘃𝗲𝗹
Today, Ija Developer's First Quarter Performance Review for the 2019 fiscal year was conducted at the group level under Oro Construction Group (OCG), of which Ija Developer is a subsidiary. The meeting was attended by the Group CEO, Engineer Mesay Daniel (PhD), group leaders, and Ija Developer management members, including our CEO, Obbo Tesfaye Alemayehu.
The session focused on a comprehensive review of Ija Developer's first-quarter performance, achievements, and progress toward its strategic objectives.
Following the performance review, the Group CEO, Engineer Mesay Daniel (PhD), delivered strategic directions and guidance to inform the way forward and strengthen the company's performance in the coming quarters.
Oro-Construction Group
Ija Developer