Mana Barumsa Oolmaa Daa'immanii Waliiyaad

Mana Barumsa Oolmaa Daa'immanii Waliiyaad School

19/06/2025

38.2K likes, 4636 comments. Check out Inko funny’s video.

17/04/2024

38.6K likes, 1030 comments. “un exemple à suivre ☪️ ”

26/08/2023

Kan Na dhibaa jiru Hojjettoonni mootummaa Magaala Diimtuu ijoollee keessan otuu hin galmeessisin akkamitti namaan fidii galmeessi jettu. Nyaata barataa otuu ofii hin kennin nyaata barataa fidi jettu namni kamuu dammaquu qaba.karoora xiiqii, si'aa'ina ykn ariitii qulqullinaan jechuun :_ariitiin hunda biraa ka'uu qaba.kana booda harkifannaan haraama.

25/08/2023

Mana Barumsa Hacaalu sad.1ffaa:
Kabajamoo Hawaasa Magaala Diimtuu fiNaannawa ishee hundi Baga Bara hojii 2016 tiin isin gahe jechaa Galmeen barattoota Mana barumsa Hacaaluu sadarkaa 1 ffaa kutaa BID kaasee hanga kutaa 5 ffaa jiru Boru Sanbata xinnaa 21/12/2015 kaasee Hanga 23/12/2015 tti galmaa'e waan xumuramuuf Daa'imman keessan qaamaan fiddanii akka galmeessitan kabajaan waamicha dabarsina.

Maaloo Namni kamuu adaraa keessan guyyaa jedhametti Daa'imman fidanii galmeessuun Hayyoonni;Daldaltoonni fi Jiraataan magaalaa ga'ee keessan bahadhaa. Barfachuun salphina yeroo eeguun qaroomina .Barumsi lammii hundaaf.

25/08/2023

Kabajamoo Hawaasa Magaala Diimtuu fiNaannawa ishee hundi Baga Bara hojii 2016 tiin isin gahe jechaa Galmeen barattoota Mana barumsa Hacaaluu sadarkaa 1 ffaa kutaa BID kaasee hanga kutaa 5 ffaa jiru Boru Sanbata xinnaa 21/12/2015 kaasee Hanga 23/12/2015 tti galmaa'e waan xumuramuuf Daa'imman keessan qaamaan fiddanii akka galmeessitan kabajaan waamicha dabarsina.

07/07/2023

Kabajamoo Hawaasa Magaala Diimtuu fi Naannoo Magaala Diimtuu akkasimas Maatii Daa'imman mana Barumsa Waliiyaad fi Deeggartoota Daa'imman abdii borii hundi sagantaan Ayyaana Daa'imman mana Barumsa Waliiyaad Bor Xinnaa Ganaman sa'aa 3:00 irraa kaasee Mana Barumsa sad. 2 ffaa Keessatti waan geggeeffamuuf Akka irratti argamtan kabajaan isin waamna. Nagaa wajjin!

03/07/2023

Hawaasa mana Barumsa Oolmaa Daa'immanii Waliiyaad tiif. Dhimmi isaa: kaffaltii Ji'a waxabajjii fi Guyyaa Cufiinsa Mana barumsaa ilaala. Akkuma asii olitti tuqame Guyyaan Ayyaana maatii Barattootaa Gaafa 30/10/2015 yoo ta'u namoonni Kaffaltii hin raawwatin lak. Acc. 1000547638477 Muniiraa Rashid irratti Akka Galii gootanii fi barattoonni hundinuu hanga xumuraatti Akka mana barumsaa irraa hin hafne isin beeksisna . Nagaa wajjin ! Waliyad Acadamy. Hubachiisa Guyyaan Ayyaana maatii Gaafa Xinnaa jennee turre Gaafa Jimaataatti as siquu Akka hin dagatamne.

27/06/2023
25/06/2023

Buqqee - Dabaaqula
Ciicuu - Tuffii
Giroo - Dhimma
Bargoo - Dheedhii kan
bilchaataaruu
Qodaa - Meeshaa
Gola - Diinqa
Godoo - Gomboobaa
Ergaa - Dhaamsa
Gonka - Bareeda
Michuu - Miiltee ykn Hiriyaa
Duuba - Diida
Gulana - Booda
Dingii - Ajaa'iba
Iddoo - Bakka
Lamuulammiittii - Dheekamsa
Bareedina - Miidhagina
Abadan - Gonkuma
Ciisuu - Rafuu hirribaaf osoo hin taane boqonnaaf
Bittinnaa'uu - Faca'uu
Fala - Furmaata
Haala - Amala
Maaljennuu - Maaljedhuu
Ooduu - Walloluu
Fuunfachuu - Sussuufuu
Mi'ii - Callee
Dhahuu - Rukutuu
Dhoqqee - Corroqa
Qabee - Quluu
Buqqee - Dabaaqula
Ciicuu - Tuffii
Giroo - Dhimma
Bargoo - Dheedhii kan bilchaataaruu
Qodaa - Meeshaa
Gola - Diinqa
Godoo - Gomboobaa
Ergaa - Dhaamsa
Gonka - Bareeda
Tuquu - Qabuu
Giidoo - Humna
Ilaa - Hoodhu ykn kennuu
Naasuu - Rifachuu
Haasaa - Dubbii
Danuu - Hedduu ykn Baayyee
Dinqii - Raajii
Otontoruu - Dulloomuu
Ciiga'uu - Tuffachuu Moo'uu - Injifachuu
Boolii - Fincaan
Giroo - Dhimma
Baroo - Dansaa
Hiciicaa - Cimaa Rakkachuu - Dhama'uu

Ergaa - Dhaamsa
Minaan - Midhaan
Ergaa - Dhaamsa
Cittoo - Hooqxoo
Lazzaa - Mi'aa
Ittoo - Waxii
Rajaa - Barakaa
Haasaa - Oduu
Bira - Bukkee/cinaa
Ajaa - waan hinmalle ykn Hamaa
Jibbisiisaa - Fokkisaa
Bortubaraartu - Boo boo...?
Ilaamee - Huubachiisa
Irraanfachuu - Dagachuu
Dalgee - Teessoo
Sardaa - Ariitii
Lamuulamittii.. - Dheekkamsa
Funaanuu - Walitti qabuu/ Sassaabuu
Iddoo - Bakka
Kellaa - Ala ykn Bakkee
Giidoo - Humna
Dunquqquu - Dadhabbii ykn doodiyoo
Finyoo - Foo'aa
Loo'aa - Bofa
Haragalfii - Boqonnaa
Janaazaa - Reenfa
Birmachuu - Qaqqabuu
Majaa - Waraabeessa
Aayyoo - Haadha ykn Harmee
Ulaa, Gambalaa - balbala
Suufii - Huccuu qorraa
Wayaa - Uffata ykn Huccuu
Barcuma - Teessoo
Wandaboo - Qamisii
Marxoo - Surree
Diirama - Barii ykn Ganama
Laambaa - Dungoo
Bicuu - Xiqqaa
Wadala - Guddaa
Misii - Laaqana
Mucaa - Daa'ima
Gawoo - Dallaa
Finjillaata - Siinii
Boraatii - Tiraasii
Caatii - Jimaa
Guddaa - Dilbata
Xinnaa - Sanbata Xiqqaa
Arbii - Roobii
Qaalittii - Niitii
Warra - Hadha manaa

17/06/2023

152 likes, 9 comments. “saw wasalme”

Address

Diimtuu
Jimma

Telephone

0473320111

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsa Oolmaa Daa'immanii Waliiyaad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana Barumsa Oolmaa Daa'immanii Waliiyaad:

Share